Deuteronomy 33:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa lafa ch'ufa ira dansa ufi fud'ate, qooda nama gosaa mataa kennaniifi. Worri seerafi aada AABBO Waaqa guute, gaafa jaaroleeni Israeli wolti baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gayeen bulchiinsaa kennameefiif lafa isaaf taatu michuu filate; hennaa bulchoonni ormaa wol gayan fedhii Rabbiitii fi seera ufii Israa'eliif raawwate»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoodi sooressumma'aa isaaniif waan kennameef, lafa laayyoo hin filatan. Sooreyyiin kolba'aa yennaa wolitti qabamane, isaan fedha Mootii Waan Maraa qajeela'aa fi muraa isaa Israa'eliif muummessane» jedhe.