Deuteronomy 33:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Dani inni akani jed'e: Gochiti Dani kuble nyeench'ati, ta Bashani keesaa ch'eetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Daanii akkana jedhe; «Daan akka leenca darmi'iiti; Baasaaniin keessaa utaalee baya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Daanii, «Daan akka ilmoolee neenqaa, ta Baashaan keessaa utaaltuu ti» jedhe.