Deuteronomy 33:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Naftali inni akana jed'e: Gochiti Naftali eeba AABBO Waaqa guddo argatte; lafti worra galaana Galilaya ia iraa baate bita qajeelti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gosa Niftaalemii akkana jedhe; «Niftaaleem Gooftaa biratti baay'ee jaalatama'a; eebbaa Rabbiitiin guuttameera; daangaan isaa haga galaana bita'aa badhata.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Niftaalemii, «Ee Niftaalem isin Mootii Waan Maraatiin fudhatama guddaa qaddan; eebba isaatille'een guutantaneertan; isin lafa haga kibba abbaayaa Galiila'aa hin qabatan» jedhe.