Deuteronomy 33:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Asheri inni akana jed'e: Gochiti Asheri gosa taani ch'ufa ira eeba argatte. Oboleyaani isaa ch'ufti ha nama ch'ufa ira isa jaalatu lafti isaleeni ha guddo d'ad'a qabaatuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gosa Aseerii akkana jedhe; «Aseer gosa maraa caalaa ka eebbifame haa ta'u; obboleewwan ufii biratti ka jaalatame haa ta'u; lafti isaa muka ejersaatiin haa duroomtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Asheerii, «Gosi Asheerii gosa dhibii caalaa ta eebbifante. Obboleeyyan isaanii isaan jaalatanuu ti; latti isaanii muka ejersaatiin ta tolte teetuu ti.