Deuteronomy 33:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma jiru jireenna AABBO Waaqi ya isani qorqorate, harki isaa haga duriti ya isani olqabe. Inni nyaapa keesani isani dura gusse, ch'ufa hobaasa isaniini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi kee ka bara baraa irkoo keeti; irreen isaa ka bara baraallee si irkifti; diina kee si afo'oo ari'a; akka isaan balleessitu si taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi bara baraa addee isin itti baqattanu; irreen isaa ta bara baraalle isin utuddi. Inni diinota keessan isin duraa ari'aa, ‹Isaan balleessa'a› hin jedha.