Deuteronomy 33:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Israeli, isani gammachu akami qabdani! Gochiti aka teesani tokoleeni injirtu ta AABBO Waaqi baase. Wonteefi goraadeeni teesani, ta nyaapa isani ira d'owarte isani dabsachiiftu AABBO Waaqa. Nyaapi keesani, lubbu nu baasa jed'e isani kad'ata, ammo isani ira ejaanjaattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Isaa'el! ka akka keetii wontee gargaarsaa, guraadee moote'ee, fayyinna Rabbiin irraa baniin argate sirima hin jiru; ati ka akkam tolteef! diintonni tee hennaa si shelata'aa gara kee dhufan ati dudda isaanii keessa dhiitta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Israa'elii, isin gammada'a! Kolbaan akka keessanii ta Mootiin Waan Maraa baase tam? Wonte'ee fi qarqaarsi keessan, shallaagaan keessan ka ulfinnaalle isa; diinoti keeti si duratti hin hohollatan, isin isaan irra hin sirbitan» jedhe.