Deuteronomy 33:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gumi ufii jaalate, nama ufii qorqorata. Tanaafi nu isaa jala teenne seera isa baranna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi dhugamaan banii ufii hin jaalata; woyyoota ufii maraa hin eega; isaanillee miila isaa jalatti jilbiiffatanii sagadaniif; dubbii keellee hin fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuguma inni kolbaa ifii hin jaalata; woyyooti marti harka isaa keessa jiran. Isaan martinuu miila isaa jalatti hin sagadan; isa irralle'ee gorsa hin fudhatan.