Deuteronomy 33:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan gosa Reubeni akana jed'e: Gochiti Reubeni haguma jirtu inhobaiini, ha jiraatu, ato worri gosa diqo taatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen waan gosa Roobeelii akkana jedhe; «Gooftaa kiyya! laakkobsi gosa Roobeelii yoma diqqaatellee gofti Roobeelii haa jiraatuu malee hin du'in»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen marroo gosa Ruubenii dubbatee, «Gosi Ruubenii le'uu ti malee, hin du'in. Laakkossi gosa isaa hin diqqaatin» jedhe.