Deuteronomy 33:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan gosa Lawi inni akana jed'e: Ee AABBO Waaqa atini fed'i tante kara Urimutifi Thumimutiini nama agarsiifte, gosa Lawi, hojattu tante ta d'ugaatini dubbatta; atini Massati worra laalate, fulla bisaani Meribati d'uga worraa agarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gosa Leewwi'ii akkana jedhe, Gooftaa kiyya! karaa Tumiimiitii fi Uuriimiitiin, bisaan Maasa'aatii fi Mariiba'aa biratti worra mormitee isaan qorte garboota tee worra Leewwotaatitti fedhii kee ibsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo gosa Lewwi'ii, «Uriimii fi Tumiim ta fedhii teeti ittiin beekanu, woyyoota teeti gosa Lewwi'iitiif kenniteerta. Ati Maasa'atti haga isaan ilaaltee, bisaan Mariibaa biratti isaan woliin mormite.