Deuteronomy 34:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagi aka Musa taka gosa Israeli keesati ind'alanne ka AABBO Waaqaani woli argani woldubbatani:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raagaan akka Muuse'ee ka Rabbi addaataa woliin qaaqe sirima Israa'eliin keessatti achii as hin argamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega san Israa'el keessaa raagaan akka Muuse'ee ka Mootiin Waan Maraa fuula ifii duratti dubbise,