Deuteronomy 34:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
raagi tokoleeni ka akheekhafi waan mama tolche, ka aka AABBO Waaqi Musani hayyu Misiritiifi hojattu isaatiifi lafa isale ch'ufa durati Tolchi jed'eeni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raagaan Rabbi gara mootii biyya Misirii, gara bulchootaa, akkasuma guutuu biyyaa maraa irratti ergee hujii baasaatii fi ka maalale'ee akka raawwatan taasisee fi mudhise ka biraa sirimaa hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka beessisaa fi maadee mara biyya Gibxi'iititti, Fara'oon irratti, qondaaltota isaa maraa fi lafa isaa mara irratti akka hujuuf Mootiin Waan Maraa erge,