Deuteronomy 34:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa Naftali ch'ufa; lafa Efraimutifi ta Manase; lafa Yuda haga Baariini Gudda ila adu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaa Niftaalemiillee guutuu, daangaa Efreemiitii fi daangaa Minaase'ee, karaa dhiyaatiin haga qaccee galaana Meditiraaniyaanii, haga daangaa Yihuuda'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa Niftaalemii mara, lafa Efreemiitii fi Minaase'ee, lafa Yihuda'aa mara haga abbaayaa gara aduun seentuu jirtu,