Deuteronomy 34:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Musani, hojatuni AABBO Waaqa achi lafa Moabu keesati due, akuma AABBO Waaqi indoota jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi tajaajilaa Rabbii Muusee akkuma biyya Moo'aabii uduu jiru itti dubbatetti achitti du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen tajaajilaan Mootii Waan Maraa akkuma Mootiin Waan Maraa jedhe san lafa Mo'aabiititti du'e.