Deuteronomy 34:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi bale lafa Moabu toko, ta dira Beth-Peoritini gamaati awaale, ammo haga arra awaala isaa nami fulla beekhu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi dhooqa qachattii Beeta feegooriin afo'otti argamtu Moo'aabitti awwaaleen; garuu haga adhaa hulee inni itti awwaalame ka adda baasee kolbatti beeku hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa dhooqa lafa Mo'aabii fuullee Bet-Phe'orititti isa awwaale; te'uu malee haga adhaalle nami addee awwaala isaa beeku hin jiru.