Deuteronomy 34:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani gaafa inni due suni, ganni isaa d'ibbafi diddama; inni gaafasi akuma ufi jaba, iltileeni akuma qara woi agarti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen hennaa du'u umuriin isaa woggaa dhibbaa fi diddama ture; garuu nama jabaa ijji isaa hin dimimmifnee fi hunni isaa hin dadhabne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen yennaa du'e nama woggaa dhibbaa fi diddamaa ti; ilti isaa hin garjine; hunni isaalle hin dadhanne.