Deuteronomy 34:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshua ilmi Nuni waan Musani harka ira kaye eebiseefi qarooma gudda argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun bakka Muuse'ee bu'ee inni waan harka ufii irra kaayee muudeenii tureef ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun ka hafuura ogumma'aatiin guuttame ta'e; baniin Israa'elii Iyyaasu'uu hin ajajaman; ajaja Rabbi Muusee irraan isaanii kenne hin eegan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen harka ifii Iyaasuu ilma Nunii irra waan keyeef, ayyaanni qaroomaa isa keessa guuteeyyu. Maarre Israa'elooti isa dhage'anee, waan Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'eetiin ajaje godhane.