Deuteronomy 4:10 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan guyya isani AABBO Waaqa keesani gaara Sinaiti dura ejitani iti hima. Inni gaafasi waan naani jed'e, Biyya wolti baasi, anini worra waan anini jed'uuni d'agayu fed'a, aka worri waan anini jed'uuni kana barate, jabeese, ilmaani worrale aka isiini na sodaatu barsiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni anaan, ‹Bara lafa san irra le'anu mara ulfinna naaf kenniisa akka baratanu, ijoollee ifiille akka barsiisanu, jecha kiyya akka dhage'anuuf kolbaa na duratti wolitti qabi› jedhe, gaara Siina'aa irratti Mootii Waan Maraa Waaqa keessan dura guyyaa dhaabbatane qaabadha'a.