Deuteronomy 4:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani teesani iti hima, aka isani duri d'at'ani hunda gaara aarii dumansa d'osse bobai ibida waaqati eje jala ejaanjitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isinillee dhuftanii gaara jala hennaa dhaabattan arrabni ibiddaa haga Sami'ii gaara san irraa ol bobaya'aa ture; dukkana jimi'ii fi duumessatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gaarri duumensa gurraachaa fi dukkana dimmaan gollamee, bobe'i ibiddaa ka haga gubba'aa gewu irratti bobe'iisatti adoo jiruu, isin dhuttanee gaara san jala dhaabbatane.