Deuteronomy 4:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka AABBO Waaqi ibida keesa isaaniini dubbate, ammo ka isani, dubbi isaa male waan isa fakaata tokole inarginile ch'ufa iti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin akka Rabbi arraba ibiddaa keessaan isinitti dubbate akka dhageettan beettan malee bifa isaa garuu hin argine; laagaa isaa callaa dhageettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa bobe'a ibiddaa san keessaa isinitti dubbate. Isin qoonqoo jecha isaa dhageettane malee, akki isaa attam akka jiru hin dhaggine. Qoonqoo qofa dhageettane.