Deuteronomy 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqati seera ch'ufa ka isani lafa isani amma fud'atani iti qubachu geetani tana keesati guutu maltani worra barsiisi naani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee lafa isin dhaaltan san ta Rabbi isinii kenne keessatti seerri Rabbi akka eeddaniif akka ani isin barsiisu na ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laga Yordaanosii gamatti buutanee lafa dhaaltanu keessatti seerataa fi seera isin eegattanu akka ani isin barsiisu Mootiin Waan Maraa yennaa san na ajaje.