Deuteronomy 4:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa AABBO Waaqi ibida keesa gaara Sinai irati isaniini dubbate, isani waan isa fakaata tokole ingarre. Tanaafi ira jirti teesaniifi aka dansaa mid'aafad'aa hubad'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi gaara Kooreebii irraa ibidda keessaan isinitti dubbate, bifa isaa sirima waan hin argineef guddisa'aa uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa gaara Siina'aatitti ibidda bobe'u keessaa yennaa isinitti dubbate, isin akki isaa attam akka jiru hin dhaggine; tanaaf isin miidhassa'aa ifi eegadha'a.