Deuteronomy 4:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka isani waan boch'ani kad'attani d'iira yokhaani nad'eeni
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hin battoofne fakii waan bocamee, bifa waan gara garaa ka akka fakii dhiira yookaan bifa intalaatiin hojjatame irraa uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka hin battoonneef, waaqota dharaa akka fakkii dhiiraatiin yookiin dubarti'iitiin hin hujatina'a;