Deuteronomy 4:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ufi eegad'a aka ilaalacha keesa seentani waan gubbati gartani adu jia, yokhaani Urjiifa guddiftani kad'atani inhojanneefi. AABBO Waaqi keesani yayu waan kana biyya taani d'ibii kenne, aka worri kad'atu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ija tee gara Sami'ii ol kaasii adu'uu fi addeessa, urjiiwwan, duula Sami'ii ka Rabbi Waandhi kee orma maraafuu kenne yoo argite isaanii sagaddee waaqeffattee akka hin dogoggorre uf eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara gubba'aa ilaaltee aduu, ji'a fi urjoota waan gubba'aa mara yennaa dhaggite, sossobantee, isaanii sagaddee waan Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti gosa biyya adda addaa ta lafa irraa maraaf kenne waaqonfattee hin ataabamin.