Deuteronomy 4:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani worra inni lafa Misiri ta aka boola ibida keesaa baase, haga arrale nama ufi isani tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu banii Rabbi biyya Misirii ta akka ibidda girgiraa sibiilaa taate keessaa isin baase; wonti achi keessaa isin baaseef akkuma adha banii isaa taatan kana banii ufii isin taasifachuu fedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo isin akka adhaa kana kolbaa isaa akka teetanuuf, biyya Gibxi'ii ta akka addee ibidda sibiila itti baqisiisanuu san keessaa isin baaseera.