Deuteronomy 4:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabaad'a, aka wold'aqisa AABBO Waaqaani woliini tolfatani kaani indeene. Jecha isaa jabeesa, aka waan boch'ani kad'atani tokole ufii imid'aafanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaa Rabbi Waandhi keessan isinii gale akka hin irraanfanne fakii harkaan bocame kamiinuu ka Rabbi isin dhoogge irraallee uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroo Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin woliin godhe akka hin deene ifi eegadha'a; waaqota dharaa ka Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan isin dhoogge akka fakkii waan tokkootille'een hin hujatina'a.