Deuteronomy 4:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato lafa suni keesati turtani ilmaanifi akhakhotale d'altani waan boch'ani kad'atani mid'aafattani inch'ubbamiina. wonti akanatiifi fuula AABBO Waaqa durati wonti kunini waan hamtu, ammalle isa dallansiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoolle'ee fi ijoollee ijoollee teessanii uumattanii yoo bara baay'e'eef Ardii irra jiraattan, yoo fakii bifa gara garaatiin bocame godhattanii karaa irraa gortanii battooftan, waan badaa Rabbii Waaqa keessan aarsu yoo isa afo'otti hojjattan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin ijoollee uumattanee, akaakota dhaggitanee lafa san keessa yennaa hedduu leetaneen duuba, akka fakkii waan fedheetiin waaqa dharaa hujiisaan ifi batteessitanee, Mootii Waan Maraa Waaqa keessan duratti waan hantuu hujjanee, isa yoo aarsitane,