Deuteronomy 4:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafafi gubbaleeni arra d'uga tiyya aka, hojja isani na d'ugefachu diddani, lafa ira hobaatani. Lafa Yordanini gama, ta isani diquma iti inqubatini taanile guddo keesa inteetani keesa isani balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa san dhaalu'uuf Yoordaanosiin ceetanii biyya itti galtan san irraa daddaaftanii akka dhumattan ani adha ardi'ii fi samii isin irratti rageessisa; isinillee sirimaa hin baddan; woggaa dheeraallee irra hin jiraattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa isin laga Yordaanosii gamatti buutanee qabattanu keessaa, ariiti'iin akka baddanu, ani guyyaa adhaa ol-gubba'aa fi lafa waamee isin irratti dhugaa qabadha. Isin ijjumaa hin baddan malee, yennaa hedduu achi hin leetanu.