Deuteronomy 4:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa ch'ufa keesa gargari isani firfirse, aka fiigi keesani nama tatake tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi orma keessa isin bittinneessa; orma Rabbi keessa isin jiraachisu keessatti banii hagoo taatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa hedduu keessa isin hin bittinneessa; gosa biyya adda addaa ta Mootiin Waan Maraa keessa isin bittinneessu keessa, isin keessaa nama diqqaa qofatti lubbu'uun hafa.