Deuteronomy 4:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti isani waaqoota heddu harki namaa mid'aase, waaqa mukhatifi ka d'akha, ka wo arge yokhaani ind'ageenne ka wo nyaate yokhaani insuumne kad'attani hojattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achitti waaqa tolfamaa ijaan hin argine, ka gurraan hin dhageenne, ka waa hin nyaanne, ka hin ulane, ka mukaa fi dhagaa irraa harka namaatiin hojjatame waaqeffattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin achitti waaqota nami mukaa fi dhakaa irraa huje, ka dhaggiisa, dhage'iisa, nyaatiisaa fi foolee fuudhiisa hin dandeenne hin waaqonfattan.