Deuteronomy 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan AABBO Waaqi gaara Baal-Peoriti tolche yayu gartani. Inni nama artiti Baal-Peori kad'ate ch'ufa imballeese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota Bi'eelfaagooriin hordofan maraa Rabbi isin jiddu'uu akka balleesse; waan Rabbi bi'eelfaagooriin irratti godhe ijji teessan argiteerti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan Mootiin Waan Maraa gaara Phe'orii irratti godhe iluma teessaniin dhaggitaneertan; Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan worra gaara phe'orii irratti Ba'aal waaqonfatu mara odduu teessanii balleesseera.