Deuteronomy 4:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan dabre, ka gaafa isani ind'alatini, ka haga gaafa Waaqi nama lafati uume asi, lafa ch'ufa ke yaa, barbaada, laala. Wonti guddooni akana taka yayu taate? Nami tokoleeni taka waan akana kana yayu d'agaye?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nama Rabbi Waandhi Ardii irratti uume irraa jalqabee haga daangaa Sami'iitii haga daangaa isi'ii wonti akkanaa guddaan kun yoo waan dhagayameeru ta'e waan bara lufee namoota siin duraa gaafadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Marroo waan bara durii, isin adoo hin dhalatiniin duraa, yennaa Waaqi lafa irratti nama dadeen jalqaba'aatii qoradha'a. Ol-gubbaa qacce'ee haga qacce'eetitti qorqora'a; wonni guddoon akkasii teeteertii yookiin dhage'antee beettii?