Deuteronomy 4:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami tokoleeni, ka Waaqa ibida keesa dubbate, aka isani d'ageetani kana d'agaye lubbu bulle injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Rabbi Waaqa ibidda keessaan sitti dubbate akkuma laagaa isaa dhageette baniin biraa dhagayee lubbu'uun hin jiraataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin Waaqi ibidda keessaa dubbatuun dhageettanee jiru'uun jiraattane, kolbaan dhibiin ibidda keessaa dubbatuun qoonqoo Waaqaa dhageettee jiru'uun jiraatte jirtii?