Deuteronomy 4:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi keessan akkuma biyya Misiriititti ija teessan duratti isinitti mudhise qormaataan, baasaa fi maalale'een, duulaan, irree isaa ta jabaatteen, harka isaa dheera'aan, sodaachisaa gudda'aan, Rabbi banii biraa jidduu seenee banii ufii fudhachuu yaalee beekaa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan biyya Gibxi'ii keessatti ila teessan duratti waan mara akka isiniif godhe, waaqi haga ilaaliisaan, bilbaasaa fi maade'een, lolaan, hunna guddo'oo fi irree diriirsee yookiin hujii guddo'oo fi sodaachittu'uun kolbaa biyya tokkoo keessaa kolbaa takka fudhatee ta ifii ka godhate jiraa?