Deuteronomy 4:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi waan kana ch'ufa isani garsiisefi, aka, isa male, waaqi d'ibiini injirre, isani garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi kee akka Waaqa ta'e akka beettu kun sitti mudhateera isa malee Waandhi biraa hin jiru;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqa akka te'e, isa malee Waaqi dhibiin akka hin jirrelle akka beettanuuf waan kana isinitti mudhise.