Deuteronomy 4:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isani ga d'uftanu inni gosa jabdu irre qabdu taani jabeenna isaatini lafa tana keesaa isani duraa gusse, lafa isaani arrale teetani tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma adha ta'e kana orma jajjabaa si caalaa jabaatan si jalaa yaasee si garuu lafa isaanii si dhaalchisu'uuf si gargaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa adha teessan teete tana gosa biyya adda addaa ta isin caalaa bacattu, hunnalle'een ta isin caaltu, lafa isaanii akka dhaaltanu isinii kenniisaaf, inni ari'ee isaan isin duraa baase.