Deuteronomy 4:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi arra inded'ina qaabad'a AABBO Waaqi Waaqa gubbatiifi lafale, isa male kad'ibini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Sami'ii fi Ardii irrattillee Rabbi Waandhi biraa akka hin jirre adha beeki; qalbi'ittillee qabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubba'aa fi lafa irratti Mootiin Waan Maraa Waaqi isa qofa akka te'e, isa malee ka dhibiin akka hin jirre adha beeka'aatii, gadhaa keessan keessatti qabadha'a.