Deuteronomy 4:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaafi seera isaa, ka anini arra isanii kenne kana ch'ufa d'ugeefad'a, duuba isanifi ilmaani teesanileeni nagayaani teetani. Ammalle isani lafa AABBO Waaqi keesani isani kennu tana haga jiru jireenna keesa teetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka si'ii fi ijoollee teetiifillee wonti mishaan ta'u biyya Rabbi Waandhi kee baraa haga bara baraa irra akka jiraattuuf sii kennutti umuriin kee akka sii dheeratu seeraa fi ajaja ani adha si gorsu jabaadhuu eegi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiniif, isiniin duuballe ijoollee teessaniif akka toltu, lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan bara baraaf isinii kennu keessa bara dheeraa akka leetanu, seerataa fi ajajoota adha ani isin ajaju eegadha'a» jedhe.