Deuteronomy 4:42 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka nami nama nyaapa isaa intahini danu ijeese iti baqate nagayaani achi tau. Nami sunini dandae dira kana tokoti baaqata, aka inijeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko uduu hin beekin tasa yoo nama ajjeese lubbuu ufii akka oolchuuf gara qachoota sanniinii dheessee haa lubbuun isaa baraaramu'uuf namni yakkamaan nama ajjeese qachoota kanniin keessaa gara qachaa takkaa yoo seene hin ajjeefamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kunille nami diinummaa adoo hin qabaatin danuu nama ijjeese tokko qachoota kana keessaa gara tokkochaa baqatee akka lubbu'uun hafu.