Deuteronomy 4:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa Reubeni, dira Bizeri ka gooro lafa aloo gubba jiru, kennaniifi; gosa Gadi, dira Ramothi, ka lafa Gileadi keesa jiru, kennaniifi gosa Manasele, dira Golani, ka lafa Bashani keesa jiru, kennaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni sunniinillee qachoota gosa Roobeelii ka lafa gammoojji'ii ka hulee lafa wol qixxaayaa baasoorii raamootii gosa Gaadii ka lafa Gala'aad keessa jiruu, gosa Minaase'eetii fi Goolaanii biyya Baasaanii jiru turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti kun: qachaa Bezerii ka gooroo goomole'ee keessaa gosa Ruubeniitiif, qachaa Raamootii ka biyya Giil'aadii keessaa gosa Gaadiitiif, qachaa Golaanii ka Baashaan keessaa gosa Minaase'eetiif adda baase.