Deuteronomy 4:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafi inni seera kana kenneefi sunileeni eegi worri lafa Misiri keesaa bahe, bale galaana Yordanitini ilaboru jirtu, ta dira Beth-Peoritini gama jiru. Fullaani suni lafa hayyu Sioni, jed'ani ka gosa Amori ka dira Heshboni ke jirti. Hayyuuni suni ka duri Musafi gumiini Israeli, gaafa lafa Misiriti d'ufte dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenii fi ijoolleen Israa'elii biyya Misiriitii haga bayaniin maayessa mootii worra Amoorotaa Seewooniin ka lafa Haseboonii keessatti dhayan laga Yoordaanosiitiin gama beeta Faagoorii lafa dhooqaa jiru biyya Misiriitii haga bayan seerri, ragaanii fi murtiin Muuseen ijoollee Israa'eliititti hime kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sunille qajeelfama, seerataa fi seera Muuseen yennaa Israa'elooti biyya Gibxi'ii keessaa baate isaaniif kenne.