Deuteronomy 4:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa isatifi lafa Ogu, hayyu Bashani, ka gosa Amori ta Yordanini ilaboru jirtu fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa isaatii fi lafa mootii Baasaanii Aagii ka Yoordaanosiin gama gara baya biiftu'uutiin jiruu fi lafa mootota Amoorotaa lamaanii ta daangaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa isaa, lafa Oogii mootii Baashaaniitii ta mootota Amoorotaa lamaan tana ta Yordaanos irraa gara aduun baatu jirtu qabatane.