Deuteronomy 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini akuma AABBO Waaqi kiyya naani jed'e ya seera ch'ufa isani barsiise. Lafa amma isani diquma fud'attani iti inqubatini suni keesaleti, seera kana jabeesa guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seera Rabbi Waandhi kiyya akka isinitti himuuf na ajaje maraa isin barsiiseera; lafa boojitanii fudhattan san irra hennaa jiraattan ajaja kanniin eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa itti galtanee qabatanutti, akka eegattanuuf, akkuma Mootiin Waan Maraa Waaqi kiyya na ajajetti, ani seerataa fi ajaja isin barsiiseera.