Deuteronomy 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Garaa tokooni jabeesa guuta, gula deema, aka akanaani gochiti d'ibileeni aka isani qaroo beetu. Hojja seera kana ch'ufa d'ageetani, gochiti tunini, akami qaroomafi hubacha akana tana qabdi? jette wolgaafati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera kanniiniif amanamumma'aan ajajamaa'a; yoo waan kanniin maraa gootan baniin kuuwwan isin namoota beettota attamii akka taatan argan hennaa waan seera kanniinii dhagayan banii guddaa kanaa beekkumsaa fi hubanno'otu kenname jedhanii maalalfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kana akka dansaa eegadha'a; worra seerata kana mara dhage'uu fi gosa biyya adda addaa ta, ‹Dhugumaan kolbaan guddoon tun kolbaa qaroole'ee fi hubantii qaddu› jedhanuuf, qarumma'aa fi hubantii teessan itti mudhisa.