Deuteronomy 4:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti tokoleeni ta, ato haga feetu jabdu taatele, waaqa aka AABBO Waaqa keenna jiru, ka hojja isiini gaargala qabdu worrati gadi d'iaate qarqaaru qabdu injirtu. Inni hojja nu qarqaarsa isa kad'annu ch'ufa, nu d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa Rabbii Waaqa keenna waamnu maraa akka inni nutti dhiyaatu, baniin guddaan akka keennaa ka waaqoleen isaanii itti dhiyaatu eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna yennaa nuuti isa daadimannu akkuma nu'uuf dhikoo jiru, kolbaan guddoon dhibiin ta waaqoti isi'ii dhikoo isi'ii jiru tam ree?