Deuteronomy 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kurfefad'a, eega! Aka dansaa mid'aafad'a, aka waan ilaani gartani kana haga jirtani indeene. Ilmaani teesaniifi ilmaani ilmaani teesanile,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, ‹Banii na biratti wolitti qabii bara lafa irra jireennaan jiraatan maraa akka na sodaatuu baratan ijoollee ufiillee akka barsiisan jecha kiyya isaan dhageessisaa'a jedhee hennaa natti hime gaara Kooreebii irra Rabbii Waaqa kee afoo guyyaa dhaabatte waan ijji tee argite akka hin irraanfanne bara bubbu'uun jiraattu maraa akka onne'ee si hin banne uf eegi; lubbuu teellee jabaadhuu eeggadhu; ijoollee ijoollee teetiitittillee himi.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan ila teessaniin dhaggitane akka hin deene, bara jiruu teessanii mara gadhaa keessan keessaa akka hin bannelle ifi eegadha'a. Waan kana ijoollee teessanii fi ijoollee ijoollee teessanii barsiisa'a.