Deuteronomy 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani gosa Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, gosa Israeli, Seera anini arra isani kennu ch'ufa d'agaya, barad'a, aka dansaa jabeesa, guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen banii Israa'elii maraa waamee akkana isaaniin jedhe, «Isin banii Israa'elii seeraa fi murtii ani adha isinitti himu maraa akka barattan akka eeddan na dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen kolbaa Israa'elii mara wolitti waamee, «Kolbaa Israa'elii seerataa fi seera akka isin barattanu ani adha isinitti himu kana dhage'a'a. Miidhassa'aa eegadha'a.