Deuteronomy 5:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini d'aloota kunki kunki ka na jaalate seera kiyya guutu jaalad'e nahaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra ana jaalatanii seera kiyya eegan garuu haga dhaloota kuma tokkootitti ka araara fidu ana Rabbii Waaqa kee ka hinaafu waan ta'eef isaanii hin sagadin; hin waaqeffatinille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra na jaalatuu fi ajajoota kiyya eegatu kumootaaf jaalala kiyya ka bara baraa isaaniif hin mudhisa.