Deuteronomy 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa kiyya ufuma waan d'araatiini ind'aini, wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi kanke, nama ufuma waan d'araatifi maqa kiyya d'au wollaala, iti mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maqaa Rabbii Waaqa keetii duwwa'atti hin waamin; Rabbi nama maqaa isaa duwwa'atti waamu yakka isaa waan isa irraa hin qulqulleessineef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Ani Mootiin Waan Maraa nama maqaa kiyya akkasumaan dhowu adabu malee waan hin lakkinneef, ati maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa keetii akkasumaan hin dhowin.