Deuteronomy 5:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaabad'i, aka atini duri lafa Misiri keesati tisse taate ammalle anini AABBO Waaqi kanke jabeenna kiyyafi humna tiyyaani si baase. Tanaafi anini guyya Sabato jabeesi siini jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati biyya Misiriititti akka garbicha turte yaadi; Rabbi Waandhi kee irree jaba'aa fi hunna jaba'aan achii si baase; kanaaf guyyaa Sambataa akka eedduuf Rabbi si ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati biyya Gibxi'iititti garba akka teete, ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti hunna guddo'oo fi irree tiyya diriirsee achi keessaa akka si baase qaabadhu. Tanaaf ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti akka ati guyyaa sanbataa ulfeessitee foorfattu si ajaje.