Deuteronomy 5:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nami d'ibiini qabu niiti isaa taanaani mana isaa taanaani oobru isaa taanaani tisse isaa taanaani looni isaa taanaani yokhaani harreleefi waan inni qabu tokole ind'arainiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«‹Haadha manaa ta nama biraa hin laalin; mana nama kamiituu, lafa isaa, hojjata'aa fi hojjattuu isaa, sangaa isaa, harree isaa, qabeenna isaa maraa woma kamuu hin kajeelin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Niitii namaa hin kajeelin. Mana namaa, lafa namaa, tajaajilaa namaa, loon namaa, harree namaa yookiin karra namaa mara hin halchin› jedha.